Ilma Mootii- Filiip Duuk Edenbiraah, kabaja guddaa kan argataniif ejjennoo gaariifi deeggarsa dhaabbataa Giiftittiif taasisaniidha. Nama kamiifuu hojii ulfaataa ture. Nama humna warana galaanarraa ...
Intalli mootii Dubaay bara 2018tti biyyaa bahuu yaaltee boodarra garuu abbaanshee akka ishee uggure viidiyoo hiriyootasheetti erguun lubbuuf akka sodaatte himatti. Viidiyoo BBC Paanoroomaaf qoodameen, ...